John 8:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Ani durriisa ifi keessaa hin qabu. Ani abbaa kiyya ulfeessa; isin ammoo ana hin ulfeessitanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Anini jinni inqabu, ammo anini Abba kiyya guddisa, ammo isani na tuffattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Anin jinnii hinqabu, anin Abbaa kiyya ulfeessa; isan ammoo na tuffattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee akkana jedhe, «jinniin na keessa hin jiru, Ani Abbaa kiyya hin kabajja. Isin ammo na salphiftan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee akkana jedhe, jinniin na keessa hin jiru, Ani Abbaa kiyya hin kabbajja. Isin ammoo na salphiftan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ani sheexana hin qabu, garuu Abbaa kiyya ni kabajaan, isin garuu ana ni salphifttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Ani durriisa ifi keessaa hin qabu. Ani abbaa kiyya ulfeessa; isin ammoo na hin ulfeessitanu.