John 8:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen Seera keessatti dubartiin akkasii tun dhaka'aan tumantee akka duutu ajajeera. Ati amma maan jetta?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Seera keesa Musani nad'eeni akana tana, D'akhaani d'aana, ijeesa nuuni jed'e. Ammo atini maani jetta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba seera keessatti Muuseen nadheen akkanaa tana, ‘Dhakaan dhahaa, ijjeesaa’ nuun jedhee; atin ammoo maan jetta?” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen ta akkanaa tanniin akka tumaman seeraan nu ajajeera, ati hoo waan isi'ii maal jetta?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseen ta akkanaa tanniin akka tumaman seeraan nu ajajeera, ati hoo waan isi'ii maal jetta?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubarttiin akkanaa tun dhaga'aan woqaramttee akka duutu Museen seera keenna keessatti ajajee jira, ati hoo waayee isi'ii maal jetta?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen Seera keessatti dubartiin akkasii tun dhaka'aan tumantee akka duutu ajajeera. Ati amma maan jetta?» jedhane.