John 8:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ulfinna ifiif hin barbaadu. Ka ulfinna anaaf barbaadu ammoo hin jira; ka murulle isa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule anini guddinna ufi imbarbaadu. Ka barbaadu tokoti jira, ka aka dansa wo qoru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatuullee anin ulfina ufii hinbarbaadu. Ka barbaadu tokkotti jira, ka akka dansaa wa muru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo kabajjamuu hin barbaadu. Ka kabajjamuu kiyya barbaaduu fi ka murteessullee ka biraa hin jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo kabajjamuu hin barbaadu. Ka kabajjamuu kiyya barbaaduu fi ka murteessullee ka biraa hin jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee ani ulfinna mataa kiyyaa hin barbaadu, kabajamuu kiyya ka barbaaduu fi ka murtteessu ka bira'aa ni jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ulfinna ifiif hin barbaadu. Ka ulfinna naaf barbaadu ammoo hin jira; ka murulle isa.