John 8:54 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Ani yoo ifi ulfeesse, ulfinni sun gatii hin qabu. Ka ana ulfeessu Abbaa kiyya, ka isin Waaqa keenna jettanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Yo anini ufi saade, saaduuni tiyya woma imbaatu. Ammo Aabbooti na saada, ka isani Waaqa keenna jettaniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee, “Anin yo ufi saadee, saaduun tiyya homaa hinbaatu. Ammoo Aabbooti ka isan Waaqaa keenna jettaniin na saada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee akkana jedhe, «Ani yoo uf kabajje kabajjaan kiyya duwwa'a. Ka na kabajju ka isin Rabbii keenna jettan Abbaa kiyya san.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee akkana jedhe, «Ani yoo uf kabajje, kabajjaan kiyya duwwa'a. Ka na kabajju ka isin Rabbii keenna jettan Abbaa kiyya san.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Ani mataa kiyya yoo kabaje kabajaan kiyya gatii hin qabaatu, ka ana kabaju Abbaa kiyya, inni'llee, ‹ka isin Waaqa kenna› jettaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Ani yoo ifi ulfeesse, ulfinni sun gatii hin qabu. Ka ana ulfeessu Abbaa kiyya, ka isin Waaqa keenna jettanu.