John 8:55 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee isin isa hin beettanu; ani ammoo isa hin beeka. Ani yoo isa hin beeku jedhe, akkuma keessan dharaamessa te'a. Ani ammoo isa beeka, jecha isaalle hin eegadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani diqole isa imbeetani, ammo anini isa imbeekha, Yo anini, Isa imbeekhu jed'e, anini aka keesani kiyyiba. Ammo anini isa imbeekha, dubbi isale jabeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan diqqumaallee isa hinbeettani, ammoo anin isa hinbeeka, anin yo, ‘Isa hinbeeku’ jedhee, akkuma keessan kijibaa ta'a; ammoo anin isa hinbeeka, dubbii isaallee hinjabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin isa hin beenne; ani ammo hin beekaan, ani uduu isa hin beeku jedhee akkuma keessan sobaa ta'a. Haa ta'uu ammo ani hin beekaan; dubbii isaallee hin eega.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin isa hin beenne; ani ammoo hin beekaani, ani isa hin beeku uduu jedhee akkuma keessan sobaa ta'a. Haata'uu ammoo ani hin beekaan, dubbii isaallee hin eega.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ta'u'llee isin isa hin beekinneen, ani garuu ni beekaan, ani isa hin beekuun yoo jedhe akkuma keessan ka sobaa ni ta'a ture, ani garuu ni beekaan, dubbii isaa'llee ni eeggadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee isin isa hin beettanu; ani ammoo isa hin beeka. Ani yoo isa hin beeku jedhe, akkuma keessan dharaamessa te'a. Ani ammoo isa beeka, jecha isaalle hin eegadha.