John 8:56 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan keessan Abrahaam guyyaa dhufa tiyyaa dhaggiisaaf gammade; dhaggeelle gammade” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani keesani Abrahamuuni maro guyya kiyya arguufi gammade. Arginaani qilit'ame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan keessan Abrahaam waan guyyaa kiyya arguuf gammade, arginaan qiliixame” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan keessan Abrahaam guyyaa kiyya argu'uuf hawwe; hin arge, hin gammade»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan keessan Abrahaam guyyaa kiyya argu'uuf gammade. Hin arge hin gammadelle'e»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hawwiin Abbaa keessan Abrahaamii guyyaa kiyya argee gammadu'uuf ture, argee'llee ni gammade.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan keessan Abrahaam guyyaa dhufa tiyyaa dhaggiisaaf gammade; dhaggeelle gammade» jedhe.