John 8:57 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti isaan, “Ati woggaa shantamaayyuu adoo geyiin, Abrahaam dhaggitee?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yahudiini waan isaani jette, Atini ammalle ganna shantamale ingeenne, ammo Abrahamu yayu agarte?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudiin isaan, “Atin ammallee ganna shantamaallee hingeennee, ammoo Abrahaam yaayyuu gartee?” jettee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonni, «Ati uduu woggaa shantamaatuu hin guunne, Abrahaamiin argiteertaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonni, «Ati woggaa shantamaatuu uduu hin guunne, Abrahaamiin argiteertaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yihudonni, «Ati amma woggama shantamaatuu hin guunne, eegaa attamitti Abrahaamiin argee jira jetta?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti isaan, «Ati woggaa shantamaayyuu adoo hin geyin, Abrahaam dhaggitee?» jedhane.