John 8:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan sababa ittiin isa himatanu dhaggatiisaaf, Yesuus xaqariisaas tana jedhane. Inni ammoo gad jedhee qubaan lafa irratti barreessuu jalqabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti dubbi suni jed'aniifi aka afaani fuud'ani waan himataniini isa iraa argatani, ammo Yesoni gajed'e, qubaani lafa tataraare.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii dubbii sun jedhaniif akka afaan fuudhanii waan himataniin isa irraa argatan, Yesus ammoo gadjedhee, quba ufiitiin lafa tataraare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uu fi isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uuf isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammoo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee wonitti jedhaniif isa irratti sababa himanna'aa akka argatan, isa qormaatu'uuf waan barbaadaniif ture, Yesus garuu gad jedhee lafa irratti qubaan barreessuu, jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan sababa ittiin isa himatanu dhaggatiisaaf, Yesuus xaqariisaaf tana jedhane. Inni ammoo gad jedhee qubaan lafa irratti barreessuu jalqabe.