John 9:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Inni amma eessa jira?” jedhanee isa gaafatane. Inni deebisee, “Ani hin beeku” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Me, nami suni? Inni waan jed'eeni, Anini imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Me innii?” jedhee gaafate; innii ammoo, “Anin hinbeeku” jedhee deebiseef. Akka Fariisotii fayyisaa sun laallatte
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Inni amma eessa jira?» jedhanii isa gaafatan. Inni, «Ani hin beeku» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan, «Inni amma eessa jira?» jedhanii isa gaafatan. «Hin beeku» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Namichi amma eessa jira?» jedhaniin. Inni'llee, «Eessa akka jiru ani hin beeku» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Inni amma eessa jira?» jedhanee isa gaafatane. Inni deebisee, «Ani hin beeku» jedhe.