John 9:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan namicha dur baalla'aa kaan gara Fariisaayotaa geessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri namicha balla suni Farisayooti geese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii namichaa durii ballaa sun Fariisotaatti geesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namicha duraan ijaan hin argine ture gara Fariisotaa fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namicha duraan ballaa ture gara Fariisotaa fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti namoonni namicha jaamaa ture san gara Fariisotaa ni fudhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan namicha dur balla'aa kaan gara Fariisaayotaa geessane.