John 9:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan Yesuus biyyee dhoqqeessee ila namicha balla'aa fayyise sun guyyaa Sanbataa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani Yesoni d'oqe supe ila isa bane suni guyya Sabato.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan Yesus dhoqqee suphee ila isaa bane sun guyyaa Sambataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus biyyee dhoqqeessee guyyaan ija isaa itti bane sun Sambata ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus biyyee dhoqqeessee guyyaan ija isaa itti bane sun Sambata diqqa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus dhoqqee laanbubee ijji namichaa akka argan ka taasise, guyyaa Sanbbataatiin ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Yesuus biyyee dhoqqeessee ila namicha balla'aa fayyise sun guyyaa Sanbataa ti.