John 9:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri isaa deebisee, “Akka inni ilma keenna te'e, ballaa te'eelle akka dhalate hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri isaa waan jed'e, Aka inni ilma keenna nu imbeenna, ammalle aka inni balla d'alatele imbeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii isaa deebisee, “Akka innii ilma keennaa nu inbeenna, ammallee akka innii ballaa dhalateellee inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maatiin isaallee isaaniin, «Kun mucaa keenna ta'uu'u; ka ijaan hin argine ta'ee dhalatuu isaa hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maatiin isaallee isaaniin, «Kun mucaa keenna ta'uu ballaa ta'ee dhalatuu isaa hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maatiin isaa'llee akkana jechu'uun ni deebisan, «Naminni kun ilma keenna ta'uu isaatii fi jaamaa ta'ee dhalachuu isaa ni beekinna,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isaa deebisee, «Akka inni ilma keenna te'e, ballaa te'eelle akka dhalate hin beenna.