John 9:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo attamiin akka inni dhagguu dande'e, yookiin eennu ila isaa akka bane nuuti hin beennu. Inni nama gudda'a, ifumaafuu dubbatuu hin dande'a; isa gaafadha'a!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka inni amma lafa argu nu imbeennu, nama ila isaa banele nu imbeennu; isa gaafad'a me, inni nama gudda, ufii dubbachu dandaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka innii amma lafa argu nu hinbeennu; nama ila isaa baneellee nu hinbeennu; innii nama guddaa, ufii dubbachuu dandaa isuma gaafadhaa mee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo amma attamiin akka arge hin beennu yookaan ija isaa eennu akka bane nu hin beennu isa gaafadhaa'a inni nama gudda'aa; inninuu waan ufii hin dubbataa» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo amma attamiin akka arge hin beennu yookiin ija isaa eennu akka bane nu hin beennu isa gaafadhaa'a inni nama gudda'aa, inninuu waan ufii hin dubbataa» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu amma attamitti akka arguu fi ija isaa'llee eennu akka isaa fayyiseef hin beekinnu, isuma gaafadhaa, inni umrii isaatiin nama guutuu waan ta'eef, waayee mataan isaa dubbachu'uuf ni dandda'a» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo attamiin akka inni dhagguu dande'e, yookiin eennu ila isaa akka bane nuuti hin beennu. Inni nama gudda'a, ifumaafuu dubbatuu hin dande'a; isa gaafadha'a!» jedhane.