John 9:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan kanaaf worri isaa, “Inni nama gudda'a; isa gaafadha'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri isaa, Inni nama gudda, isa gaafad'a jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii isaa, “Innii nama guddaa, isa gaafadhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf maatiin, «Inninuu nama uf danda'ee isa gaafadhaa'a!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf maatiin, «Inninuu nama uf danda'ee isa gaafadhaa'a!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf maatiin isaa, «Inni umrii isaatiin nama guutu'u, isa gaafadha'aanii» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kanaaf worri isaa, «Inni nama gudda'a; isa gaafadha'a!» jedhane.