John 9:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan namicha dur ballaa te'ee dhalate lammeessoo waamanee, “Ati Waaqa ulfeessii dhugaa dubbadhu! Namichi kun akka cubbaalessaa nuuti hin beenna” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle maro lameeso worri namicha balla kaani yaame waan jed'eeni, Waaqa durati d'uga dubbad'u! Nu imbeenna aka namichi kunini nama daba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee marroo lameessoo warrii namicha ballaa kaan yaamee, “Waaqaa duraatti dhugaa dubbadhuu! Nu akka namichii kunin cubbichaa inbeennaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf namicha ijaan hin argine san ammallee waamanii, «Rabbiin kabajji namni kun cubbamaa ta'uu isaa nu hin beennaa» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf namicha ballaa ammallee isa waamanii, «Rabbiin kabajji namni kun cubbamaa ta'uu isaa nu hin beenna» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababa kanaan namicha jaamaa ture deebi'anii waamanii, «Ati dhugaa dubbachu'uun Waaqa kabaji, naminni kun cubbamaa ta'uu isaa nu'u ni beekinnaa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan namicha dur ballaa te'ee dhalate lammeessoo waamanee, «Ati Waaqa ulfeessii dhugaa dubbadhu! Namichi kun akka cubbaalessaa nuuti hin beenna» jedhaneen.