John 9:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti akka Waaqi Muuse'etti dubbateeru hin beenna; namichi kun ammoo, inni essaa akka dhufeeyyuu hin beennu!” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Waaqi Musani dubbate nu imbeenna; ammo namicha kana gari inni bahefile imbeennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Waaqii Muuseen dubbate nu inbeenna; ammoo namicha kana gara innii ba'eefuu hinbeennu” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka Muuse'etti dubbate nu hin beenna. Namni kun ammo, inni eessaa akka dhufe hin beennu!» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi akka Muuse'etti dubbate nu hin beenna. Namni kun ammoo, inni eessaa akka dhufe hin beennu!» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Musee akka haasofssiseen ni beekinna, naminni kun garuu eessaa akka ta'e, hin beekinnu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti akka Waaqi Muuse'etti dubbateeru hin beenna; namichi kun ammoo, inni eessaa akka dhufeeyyuu hin beennu!» jedhaneen.