John 9:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Inni yookiin worri isaa cubbuu hin huyne. Hujiin Waaqaa isa irratti akka mudhattuuf, inni ballaa te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Nami kunini yokhaani worri isaa daba intolchine; ammo aka hujiini Waaqa isa keesa mullattuufi inni ballaa d'alate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebiseefii, “Namii kulleen yokaan warrii isaalleen cubbuu hinhojjanne; ammoo akka hujjiin Waaqaa isa keessatti mullattuuf innii ballaa dhalate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Akka hujiin Rabbii isa irratti mudhatuuf malee, inni yookaan maatiin isaa cubbuu hin hojjanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, akka hujiin Rabbii isa irratti mudhatuuf malee, inni yookiin maatiin isaa cubbuu hin hojjanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Naminni kun jaamaa ta'e ka dhalate, cubbuu isaa yookiin cubbuu maatii isaatiinii miti, garuu hujiin Waaqaa isaan akka mulidhatuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Inni yookiin worri isaa cubbuu hin hunye. Hujiin Waaqaa isa irratti akka mudhattuuf, inni ballaa te'e.