John 9:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi cubbaaleyyi'iif akka hin dhageenne nuuti hin beenna; inni worra isa ulfeessuu fi fedhii isaa muummessuuf dhage'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Waaqi nama daba qabu inch'aqamne imbeenna; ammo nama Waaqa kad'ate fed'i isaa tolchu Waaqi inch'aqasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Waaqii cubbicha hincaqamne inbeenna; ammoo nama Waaqaa kadhatee fedhii isaa guutuu Waaqii incaqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Rabbiin sodaatu, ka fedha isaallee hojjatu yoo jiraate isa sanii Rabbi dhagaya malee, cubbamtoota akka hin dhageenne hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Rabbiin sodaatu, fedha isaallee ka hojjatu yoo jiraate, isa sanii Rabbi dhagaya malee, cubbamoota akka hin dhageenne hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni cubbamootaaf akka hin dhageenne waan beekkame, garuu Waaqa ka Waaqeffatuu fi fedhii isaa'llee naminni raawwatu yoo jiraate, Waaqinni isa ni dhagayaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi cubbaaleyyi'iif akka hin dhageenne nuuti hin beenna; inni worra isa ulfeessuu fi fedhii isaa muummessuuf dhage'a.