John 9:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama ballaa te'ee dhalate tokko ka ila bane jira jedhamuun, haga biyyi lafaa dadantee ijjummaa dhage'antee hin beettu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga lafti uumamte, nama nama balla d'alate ila banu taka ind'ageenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga laftii uumamtee, nama nama ballaa dhalate ila banu takka hindhageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ijji isaa hin argine ta'ee dhalate, urga adunyaan uumamte irraa jalqabee, ka nama ijaan hin argine fayyise dhagayamee hin beeku.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka ijji isaa ballaa ta'ee dhalate, urga adunyaan uumamte irraa jalaqabee, ka ija ballaa fayyise dhagayamee hin beeku.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaamaa ta'ee nama dhalate ija isaa ka ibise ni jira yoo jedhamu, biyyi lafaa yeroo uumamittee jala qabee dhagayamee hin beekkamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama ballaa te'ee dhalate tokko ka ila bane jira jedhamuun, haga biyyi lafaa dadantee ijjumaa dhage'antee hin beettu.