John 9:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami kun Waaqa biraa adoo dhufuu dhabaatee, waan tokkolle godhuu hin dande'uuyyu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo namichi kunini gara Waaqaati imbahiini dandae woma intolchu jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kunin yo gara Waaqaatii hindhufin danda'ee homaa hintolchu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kun uduu Rabbiin irraa dhufuu dhabaatee silaa womaa godhuu hin danda'u.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni kun uduu Rabbiin irraa dhufuu dhabaatee silaa womaa godhuu hin danda'u.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kun Waaqa biraa uduu ta'uu dhabaatee, womaayyuu raawwachu'uuf hin dandda'u ture.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami kun Waaqa biraa adoo dhufuu dhabaatee, waan tokkolle godhuu hin dande'uuyyu» isaaniin jedhe.