John 9:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus akka isaan namicha gussanee gad baasane dhage'ee, yennaa isa dhagge, “Ilma Namaatitti hin dhugeeffattaa?” jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni aka alati isa gussani d'ageennaani barbaade waan jed'eeni, Atini Ilma Nama d'ugefatta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus akka alaatti isa gussani dhageennaan barbaadee, “Atin ilma namaa dhugeeffattaa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa akka gara diidaa isa baasan dhagaye, «Ati Ilma Namaatitti amantaa?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akka gara diidaa isa baasan hennaa dhagaye, «Ati Ilma Namaatitti amantaa?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka namicha bakka wolgayii isaaniitii baasaniin Yesus ni dhagaye, yeroo argateentti'llee, «Ilma Namaa titti ni amanttaa moo?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus akka isaan namicha gussanee gad baasane dhage'ee, yennaa isa dhagge, «Ilma Namaatitti hin dhugeeffattaa?» jedhee isa gaafate.