John 9:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi deebisee, “Goottaa kiyya, kam inni? Anatti himi, itti dhugeeffadhaa!” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Inni eennu, Aabbo, aka anini d'ugefad'u?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii ammoo, “Innii eennu, Aabboo, akka anin dhugeeffadhu?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee deebisee, «Gooftaa kiyya! ani isatti amanu'uufuu inni eennu?» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee deebisee, «Gooftaa kiyya, ani isatti amanu'uufuu inni eennu?» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Yaa Gooftaa! Isatti akka amanuu inni eennu!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi deebisee, «Goottaa kiyya, kam inni? natti himi, itti dhugeeffadhaa!» jedheen.