John 9:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaan, “Ati duruu isa dhaggiteerta, ka amma si woliin dubbatiisatti jiruuyyu isa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Ati yayu agarte, kama siini dubbatu kanati isa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Atin yaayyuu agartee, kama siin dubbatu kanaatti isa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Ati isa argiteerta innillee isuma si woliin qaaqa'aaru kana» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Ati isa argiteerta innillee isuma si woliin qaaqa'aaru kana» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus, «Asiin durana argiteenii jirta, amma'llee ka si dubbisa'aa jiruu ani isa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaan, «Ati duruu isa dhaggiteerta, ka amma si woliin dubbatiisatti jiruuyyu isa» jedhe.