John 9:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi, “Goottaa kiyya! Ani hin dhugeeffadha” jedhee isaa sagade.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, Aabbo, la d'ugefad'e jed'e, isa guddise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namichii, “Aabboo, la dhugeeffadhe” jedhee, jilbiiffatee isa ulfeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Gooftaa kiyya! Hin amana» jedhee sagadeef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Gooftaa kiyya! Hin amana» jedhee sagadeef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Yaa Gooftaa! ni amana!» jedhee sagadeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi, «Goottaa kiyya! Ani hin dhugeeffadha» jedhee isaa sagade.