John 9:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Worri ballaan akka dhagguu fi worri dhaggu ballaa akka te'u, muriisaaf ani gara biyya lafaa tana dhufe” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Anini qorsumaafi lafa tana d'ufe, aka ballaani lafa arge ammo ka ila qabu ballaa tahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo, “Anin muraaf lafa tana dhufe, akka ballaan lafa argee ammoo ka ila qabu ballaa ta'u” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Worri hin argine akka argan; worri argan akka jaaman; ani gara adunyaa tanaa murti'iif dhufeera» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Worri hin argine akka argan, worri argan akka jaaman, ani gara adunyaa tanaa murti'iif dhufeera» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Worri hin argine akka arganiif, worri argan'llee akka jaamaniif ani gara biyya lafaa kana, murti'iif dhufee jira» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Worri ballaan akka dhagguu fi worri dhaggu ballaa akka te'u, muriisaaf ani gara biyya lafaa tana dhufe» jedhe.