John 9:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra Fariisaayotaa ka isa woliin achi jiranu keessaa gariin isaa tana jedhu dhage'anee, “Dhugumaan nuutilleen balloota jechuu keetii ree?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni ta isa woliini jirtu waan kana d'ageennaani waan jetteeni, Nuti balla re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisotii ta isa waliin jirtu waan kana dhageennaan, “Nutti ballaa ree?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisota keessaa worri isa woliin jiran ammo kana dhagayanii, «Nu worra ijaan hin arginee?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisota keessaa worri isa woliin jiran ammoo kana dhagayanii, «Nu balla'aa?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Fariisonni Yesusiin bira turan kana dhagayanii, «Eegaa, nu'llee jaamota ta'uu keenna ree?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Fariisaayotaa ka isa woliin achi jiranu keessaa gariin isaa tana jedhu dhage'anee, «Dhugumaan nuutilleen balloota jechuu keetii ree?» jedhanee isa gaafatane.