John 9:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani biyya lafaa keessa haga jiru, ifa biyya lafaa ti” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga lafa keesa jiru ifsa lafaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin haga lafa keessa jiru ibsee lafaati” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani haga adunyaa tana irra jiru, ifa adunya'aati!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani adunyaa tana irra haga jiru, ifa adunya'aati»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya lafaa irra yeroo jirutti, ani ifa biyya lafaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya lafaa keessa haga jiru, ifa biyya lafaa ti» isaaniin jedhe.