John 9:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ollooti isaatii fi kolbaan taanaan dura isaa kadhatuun dhaggiteertu, “Namichi kun ka tee'ee kadhatuu motii?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ollafi nami duri isa wo kad'atu arge waan jed'e, Namichi kunini ka duri tae wo kad'atu kaaniiniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ollaa fi namii durii isaa wa kadhatuu arge, “Namichii kunin ka durii ta'ee wa kadhatu kaaniinitii?” jedhee walgaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ollaan isaatii fi worri achiin dura hennaa inni kadhatu arga'aa turan, «Kun ka taa'ee kadhatu sanii mii?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ollaan isaatiif achiin dura worri hennaa inni kadhatu arga'aa turan. «Kun ka taa'ee kadhatu sanii mii?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Olloonni isaatii fi namoonni yoo kadhatu ni arganiin turan, «Naminni kun ka taa'ee ni kadhata ture sanii mitii?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ollooti isaatii fi kolbaan tanaan dura isaa kadhatuun dhaggiteertu, «Namichi kun ka tee'ee kadhatuu motii?» jedhanee gaafatane.