Jonah 1:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri kaani haga qarale ira nahe waan jed'eeni, Atini waan hamtu akana kana maafi taate? Wonti akanatiifi worri imbeekha, aka inni AABBO Waaqa duraa baqatu, waan inni qara worrati himeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa inni dura isaanitti himeen Yoonaas akka Rabbiin jalaa dheesse beekan; kanaafuu isaan guddisanii sodaatanii «Ati maaf waan kana goote?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni marroo ifii dursee isaanitti waan himeeruuf, akka inni Mootii Waan Maraa duraa baqataaru beekane; tanaaf guddoo sodaatanee, «Wonni ati goote kun maan?» jedhanee isa gaafatane.