Jonah 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bubbeeni haga qara ira jabaatte jennaani worri waan isani jed'e, Maal si tolchina, aka bisaani baariini rorau lakisani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dambaliin galaanaa waan isaanitti jabaata'aa deemeef worri markaba yaabbatan Yoonaasiin «Akka dambaliin kun cadhisu attam si godhuu woyya?» jedhanii gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Danbaliin ittuma jabaataa waan deenteef, isaan, «Akka danbaliin sarmitu maan si goona?» jedhaneen.