Jonah 1:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri kaani aka hobolo lafa godduti deebisu iti game, ammo taatule waan bubbeeni haga qarale ira bubbiftefi dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri markaba yaabbatan garuu hunna qaban maraan markabatti oofa'aa gara qaccee galaanaa geessu'uuf badadan; dambaliin ammo waan guddisee jabaa ta'eef kana godhani'iifillee gara qacce'ee geessuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jarri ammoo hoboloo guddittii gara lafaa baasiisaaf, haga hunna ifii laaqane; ammoo danbaliin ta qaraa caalaa ittuma waan jabaatteef, hin dandeenne.