Jonah 1:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri kaani guddo AABBO Waaqa sodaate sorio baaseefi, ammalle aka isa kad'atu iti kakhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf worri markaba yaabbatan waan Rabbiin guddisanii sodaataniif ciincaa dhiyeessanii woreegallee qabaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun jara guddoo waan sodaachitteef, ciincaa Mootii Waan Maraatiif dhikeessanee, isa tajaajiliisaaf waadaa galane.