Jonah 1:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi qurt'umi guddo toko Yonati erge, isiini isa liqimsite, inni garaa isii keesa guyya sadi oole halkani sadi bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi qurxummii guddaa akka Yoonaasiin liqimsu ajaje; kanaafuu Yoonaas garaa qurxummi'ii keessa halkan sadihii fi guyyaa sadihii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaja Mootii Waan Maraatiin qurxummiin guddoon takka Yoonaas liqinsitee, innille guyyaa sadii fi halkan sad gadhaa qurxummi'ii keessa bule.