Jonah 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kai, Ninawi dira gudda suni d'aqi, hameenna worri tolchu diideesi iti himi; wonti akanatiifi anini daba worri tolchu ya arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka'iitii gara Nanawwee qachatti guddo'oo deemi; ani hammeenna banii isi'ii argeeraa laagaa kee ol qabadhuu dheekkamsaan isi'itti lallabi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka'ii, gara Nanawwee qachaa gudda'aa dhaqi; hammeenni namootaa guddatee na bira waan geyeef itti lallabi» jedhe.