Jonah 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi bubbe jabdu baariiniti buuse, bubbeeni sunini aka male jabaatte, hobolo suni gargari ch'absu geete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo galaana irratti dambalii jabaa kaase; dambaliin galaana irratti ka'e waan jabaa ta'eef markabattiin cabuu geette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo bubbee jadduu abbaayaa irratti kaase; danbaliin jadduun abbaayaa irratti waan kaateef, hoboloon guddittiin caccabiisaaf dhikaatte.