Jonah 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri hobolo suni keesa hojatu kaani waan woliini jed'e, Koota, hit'a buufanne, nama wollaala tolche waan hamtu kana nutiini d'ufe laalla. Worri hit'a buufate jennaani hit'aani sunini Yonaa bue.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri markaba keessa jiran maruu akkana woliin jedhan, «Akka nu waan hamaa kana irratti kufnu eennu akka sababaa waan kanaa ta'e beeku'uuf koottaa'a hixaa wolii buufnaa.» Hixaa wolii buusanii hixaan sun Yoonaasii baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hoboloo san oofu, «Wonni hantuun tun sababa eennuutiif akka nu irra geette beekiisaaf, kowa'a hixaa buufanna» woliin jedhane. Isaan hixaa buusanee hixaan Yoonaasitti bu'e.