Jonah 1:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Anini nama gosa Ebrania; ammalle anini AABBO Waaqa gubbaa, ka lafafi baariinile uume sodaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaasillee isaaniin «Ani nama gosa Ibrootaati; Rabbii Waaqa sami'ii ka ardi'ii fi galaana uume waaqeffadha» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Ani nama gosa Ibraawi'ii ti; ani Mootii Waan Maraa Waaqa ol gubba'aa ka lafaa fi abbaayaa dade Waaqonfadha» jedhe.