Jonah 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini d'immu baariini qile keesa na buufte, ka bisaani gama ch'ufa na marsani, fach'aafi d'aawaani bisaani na gubbaa baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati galaana xiillaa keessatti na gatte; naannaya kiyya bisaantu marse dambaliin kee jabaan na irra yaa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gara gadhaa abbaaya'aa, qilee keessatti, addee bisaan na marsetti na gatte; hunni guddoon danbalii teetiille na gubbaa yaate.