Jonah 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani nati baafatani, diquma na illiqimsiini; buuyooni bisaani keesati baatuleeni matati na mamarati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan haga mormaa na dhufe; galaanni sirima na liqimse, baalli margaa ka galaana keessatti baye mata'atti na marame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan na irra yaa'ee na lixxisiiseera; Abbaayaan ijjuma na buxxeerti; marri bisaan keessaalle mataa kiyyatti marame.