Jonah 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ufi jibbaad'e aka duu ufi arginaani, ee AABBO Waaqa, si qaabad'e, si yaamad'e; jennaani atinileeni mana kanke qulqullo keesaa na d'ageete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa lubbuun tiyya dadhabde Rabbiin qaabadhee, si'i Waaqa kiyya kadhadhe; kadhaan kiyya mana woyyuu keetitti si bira gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa jiruun tiyya na dadhaddetti, Mootii Waan Maraa kiyya, ani gara keeti daadimadhe; Galma woyyicha keeti keessalle'ee daadimata kiyya naa dhageette.