Jonah 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan harkaani boch'ani, ka woma keesa injirre, kad'atuleeni, yayu si lakise si gula deemu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waaqolee tolfamaa sobaa faanaa deeman maruu amanamummaa sii qaban dhiisaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waaqota dharaa waaqonsu badhaadha dhaggatiisaaf malane hin dhaban.