Jonah 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini si faarse, sorio sii baase, waan siti kakhad'e ch'ufa guuta. Ka nama baasu AABBO Waaqa ch'alla!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fayyinni Rabbiin bira jira; kanaafuu faaruu galataa woliin ciincaa sii dhiyeessa; waan woreega sii qabe sii kenna» jedhee kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo faaruu leellisaatiin; ciincaa si'iif hin dhikeessa. Waan waadaa si'iif galelle hin godha. Fayyinni Mootii Waan Maraa irraa dhufa» jedhe.