Jonah 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan worri tolcheefi ammalle aka worri kara isaani hama kaani iraa deebiele arginaani herega ufii jijire, worraa nahe, badi sila worra balleesu taani lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan namoonni Nanawwe'ee hojjatanii fi akka isaan hujii hamaa ufii irraa deebi'an arge; kanaafuu garaa isaanii laafee adabbii isaanitti fidu'uuf ta'u isaan irratti hin raawwanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan isaan godhanee fi karaa hamaa ifii irraa akka isaan deebi'ane yennaa dhagge, isaaniif nayee, badii isaan irratti geessisiisaaf yaade hin geessine.