Jonah 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonaani deema guyya toko dira suni keesa deeme lalabe waan jed'e, Guyya afurtama keesati Ninawi imballeesani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaas qachattii keessa seenee deemsa jalqabe; guyyaa tokko haga deemeen maayessa «Nanawween guyyaa afurtamaa keessatti hin baddi!» jedhee labse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoonaas qachaa keessa seenee, deensa guyyaa tokkoo deemeen duuba, «Nanawween guyyaa afurtamatti baddi» jedhee lallabe.