Jonah 3:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Ninawi diqafi guddaleeni Waaqa d'ugeefate ufi agabse ch'arqi naqad'a woliini jed'e, aka akasiini wollaala iraa deebiti garsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Nanawwe'ee dubbii Rabbii amananii sooma labsan; akka gaabbaniiran mudhisu'uuf diqqaa irraa jalqabee haga gudda'aa maruu uffata gaddaa uffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Nanawwe'ee Waaqatti dhugeeffatte. Isaan cubbuu irraa akka deebi'ane mudhisiisaaf, nami marti guddaan, diqqaan akka laamuuf lassanee, woyaa gaddaa uffatane.