Jonah 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namafi horileeni ha ch'arqi naqate bohe Waaqa kad'ate, kara isaani hama iraa deebie, ch'ubbu worri tolche lakisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni uffata gaddaa haa uffatuu; horiinillee haa gadduu namni maruu garamaan gara Rabbii haa iyyuu; amala ufii bada'aa fi hujii miidha'aa haa dhiisuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami martii fi horiin gadda uffatanuu ti. Nami duudiin jabeessee gara Waaqa daadimataa, karaa hammeenna ifii lakkisee hujii hantuu ifii irralle'ee deebi'uu ti.