Jonah 4:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yonaani waan kana iraa guddo laalefate garaa hammaate dallane
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaas waan kanatti waan hin gammanneef aaree biibbaye;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoonaas ammoo marroo waan kanaa guddoo gaddee aare.