Jonah 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yonaani dira keesaa bahe, moga ilaboruti hoosa jaarate, gaadisa isaa jala gatae, waan diri Ninawi tahu laale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaas qachattii keessaa bayee qachatti'iin gara baya biiftu'uutitti daasee ijaaratee gaaddisa isi'ii jala taa'e; achi taa'ee waan Nanawwee irra gawu eega'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoonaas qachaa keessaa bayee gara aduun baatutti tee'e. Achitti gosee midhaaffattee, waan qachaan sun te'u dhaggiisaaf gaaddisa jala tee'e.