Jonah 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege AABBO Waaqi mukha qoboo fakaatu toko, fulla Yonaani tauti baase, mukhi suni bahe isaa gaadisese gaargala keesa isa baase. Yonaleeni mukha suni guddo maache.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi akka Yoonaas aduu jalaa gaaddiseeffatu biqiltuu buqqe'ee tokko baaseefii akka baalli isi'ii mataa isaatii ol ta'u godhe; Yoonaas waan gaaddisa baala buqqe'ee argateef guddisee gammade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa akka Yoonaas aarii ifii caffatu buqqii lachisiisee, isaan gubba'atti gaaddisa godheef. Yoonaasille buqqii latte sanitti guddoo gammade.