Jonah 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aduuni baanaani Waaqi bubbe owitu ilaboruti d'ufeeni, owi aduu mata Yona d'ae gagabsu geennaani inni duu fed'e waan jed'e, Ee Waaqa, yo duu iraa naa jirti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga aduun bayeen maayessa Rabbi baya biiftu'uutii qilleensa gubu erge; oo'i adu'uu waan mataa isaa gubeef Yoonaas laafee du'a hawwee «Jiraachu'uu mannaa du'uu naa woyya» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa aduun baate, Waaqi qilleensa o'aa ka gara aduun baatuu erge; o'i adu'uulle mataa Yoonaasii waan gubeef gaggabe. Maarre inni, «Jiraatu'uu manna du'uu naa woyya» jedhee du'u halche.